Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Hoolaa Sirna Ginna buufachuu raawwatan
Finfinnee,Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Abbaan Gadaa Tuulamaa Goobana Holaa Sirna Ginna buufachuu raawwataniiru.
Waggoota 8 darbanitti rifeensaafi areedasaanii magarsuun filatanii dibachuun…