Oduu biyya keessaa Naannichatti Yaa’iin Barnootaa 26ffaan eegale Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Yaa’iin Barnootaa 26ffaa fi waltajjiin sosochii barnootaa bara 2017 eegalameera. Itti Aanaa Pireezidaantii naannichaa…
Idil Addunyaa Hundeessaa fi Hogganaan Teeleegiraamii wabii Yuuroo miiliyoona 5 gadi lakkifamuu ibsame Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Sooressi beekamaan, Hundeessaa fi hogganaan Teeleegiraamii Faransaayitti to’annoo jala oolee ture Paaveel Duuroov wabii Yuuroo miiliyoona 5 gadi…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa danbii itti fufiinsa hojii misooma kooriidaraa mirkaneessu raggaasise Sifen Megersa Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) –Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Hararii danbii itti fufiinsa hojii misooma kooriidaraa mirkaneessu raggaasiseera. Manni marichaa dhimmoota…
Idil Addunyaa Johaan Ruupart sooressa sadarkaa 1ffa Afrikaa ta’e Sifen Megersa Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Lammiin Afrikaa Kibbaa Johaan Ruupart qabeenya Doolaara biiliyoona 14.3 baasu horachuun sooressa sadarkaa 1ffa Afrikaa ta’uu ibsameera. Johaan Ruuparti…
Oduu biyya keessaa Qonna Gannaan hanga ammaatti lafti hektarri miiliyoonni 17.7 sanyiin uwwifame – Ministeera… Sifen Megersa Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Qonna Gannaa bara kanaan hanga ammaatti lafti hektarari miiliyoonni 17.7 sanyiin uwwifamuu Ministeera Qonnaa beeksise. Lafa misoome keessaa heektaarri…
Biiznasii Tajaajilichi bara baajataa darbe Galii Birrii biiliyoona 43 argachuu beeksise Sifen Megersa Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa bara baajataa darbe keessa Galii Birrii biiliyoona 43 argachuu beeksiseera. Bara baajataa 2016 keessa maamiltoota…
Oduu biyya keessaa Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura yakka cimaan himatamuun yeroo 3 du’aan akka adabamu… Sifen Megersa Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) – Namoota qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii camsuun to’annoon jala oolaan keessa Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura maqaa Daawwit Dirribaa…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii cabsan namoonni 6 Mana Murtiitti… Sifen Megersa Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Shakkamtoonni tibbana qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii Itiyoophiyaa cabsan namoonni 6 Mana Murtiitti dhiyaataniiru. Shakkamtoonni kunneen…
Oduu biyya keessaa Guyyoota 10 keessatti barattoota harka qalleeyyii miiliyoona 2.6’f deeggarsa meeshaalee… Sifen Megersa Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Guyyoota 10 keessatti barattoota harka qalleeyyii miiliyoona 2.6'f deeggarsa meeshaalee barnoota walitti qabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Dhimma…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dameewwan jahaan badhaasaaf kaadhimame Sifen Megersa Aug 26, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaan dameewwan imala idil Addunyaa jahaan badhaasaaf kaadhimamuu ibsameera. Kana hordofee mallattoo Itiyoophiyaa fi Ardii…