Oomishaaleen Karameellaa Hanii Siwiitii, Laavilii fi Googil jedhaman gabaarra akka hin oolle…
Finfinnee, Fulbaana 9, 2017 (FBC) – Oomishaaleen Karameellaa Hanii Siwiitii, Laavilii fi Googil jedhaman gabaarra akka hin oolle dhorkamuu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa…