Idil Addunyaa Finciltoonni Huutii Dirooniin Doonii haleeluu ibsame Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Finciltoonni Huutii Yeeman keessa socho'an har'a Xiyyaara nama maleessaan Doonii Galaana Diimarra imalaa turte haleeluu ibsameera. Waraanni Humna…
Ispoortii Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan har’a dorgommiiwwan xumuraa ni gaggeeffamu Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 23ffaa Kaameeruun Magaalaa Duuwaalaatti gaggeeffamaa jirun har'a dorgommiiwwan xumuraa Atileetoonni Itiyoophiyaa itti…
Oduu biyya keessaa Kaadaasterri, Qaama agarsiiftuu Sabboonumaa Oromoo fi Utubaa ijaarsa sirna bulchiinsa lafaati… Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Kaadaasterri, Qaama agarsiiftuu Sabboonumaa Oromoo fi Utubaa ijaarsa sirna bulchiinsa lafaati jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis…
Oduu biyya keessaa Humni qilleensichaa hoggantoota waraanaa ga’umsa qaban horachuun hojiilee bu’aa qabeessa… Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) – Jijjiirama as hoggansa Waraanaa ga'umsa qaban horachuun hojiilee bu'aa qabeessi hojjetamuu Ajejaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal…
Ispoortii Waancaa Awurooppaan har’a taphni Jarman Siwiizarlaand waliin taasiiftu ni eegama Sifen Megersa Jun 23, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 16, 2016 (FBC) –Waancaa Awurooppaa 17ffaan taphoonni marsaa xumuraa ramaddiiwwanii har'aa eegaluun kan taphataman yoo ta'uu,taphni Jarman Siwiizarlaand waliin taasiiftu…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech jila Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Paartii Koministii fi Pireezidaantii… Sifen Megersa Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen jila Itti Aanaa Barreessaa Olaanaa Paartii Koministii fi Pireezidaantii Inistiityuutii Hoggansaa…
Oduu biyya keessaa Bara kana barattoonni kumni 178 qormaata ba’umsaa ni fudhatu jedhame Sifen Megersa Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Bara kana barattoonni kumni 178 qormaata ba’umsa Yuunivarsiitii kan fudhatan ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksiise. Qormaata har’aa eegalee hanga…
Biiznasii Waltajjiin Walbaruu Daldalaa fi Invastimantii Itiyoo – Chaayinaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Waltajjiin Walbaruu Daldalaa fi Invastimantii Itiyoo – Chaayinaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Ministir Deetaan Ministeera Indaastirii Hasan…
Oduu biyya keessaa Rakkoo keessaa ba’uuf waliigaltee fi tokkumman hojjechuu qabna – Obbo Araggaa Kabbadaa Sifen Megersa Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Rakkoo keessaa ba’uuf waliigaltee fi tokkumman hojjechuu qabna jedhan Pireezidaantiin naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan. Naannoo Amaaraatti…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee dhaabbilee Invastimantii mudatan furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira –… Sifen Megersa Jun 21, 2024 0 Finfinnee, Waxabajjii 14, 2016 (FBC) – Rakkoolee Paarkii Indaastirii Istarnii fi dhaabbilee Invastimantii naannawaa Magaalaa Bishooftuutti argaman mudatan furuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu…