Oduu biyya keessaa Kilaastera misooma Bolaqqee Aanaa Zuwaay Dugdaa Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Godina Arsii Aanaa Zuwaay Dugdaatti Boloqqeen lafa hektaara kuma 10 fi 473 irratti Kilaasteraan misoomaa jiraachuu ibsame. Aanichaatti inisheetiivii…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti Sigiga dhagaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Boolee aanaa 13 bakka addaa Salaam Safar jedhamee waamamutti dhagaan sigigaachuun lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Hojiirra oolmaa Imaammata Diinagdee mandhaleef hirmaannaan damee dhuunfaa murteessadha – Obbo… Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Hojiirra oolmaa Imaammata Diinagdee mandhaleef hirmaannaan damee dhuunfaa murteessaa ta’uu Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI Obbo Tamasgeen Xirunaan…
Biiznasii Barreessaa Olaanaan Seekreetaariyaatii Daldala Bilisaa Naannawaa Afrikaa Finfinnee galan Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Barreessaa Olaanaan Seekreetaariyaatii Daldala Bilisaa Naannawaa Afrikaa Waamkeelee Maaneen daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Waamkeelee Maaneen…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa Damee Daandii filatamaa Diinagdee Afrikaaf kaadhimame Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Badhaasa Damee Daandii filatamaa Diinagdee Afrikaaf kaadhimameera. Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa kana dura yeroo 4…
Oduu biyya keessaa Dambiin Komii kaffaltii beenyaa balaa Tiraafikaan walqabatee ka’aa ture furuuf dandeessisu hojiirra… Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Dambiin Komii kaffaltii beenyaa balaa Tiraafikaan walqabatee maatii miidhamtootaa biraa ka’aa ture furuuf dandeessisu hojiirra ooluu Ministeerri Geejjibaa…
Oduu biyya keessaa Balaa Lolaa Godina Silxee irra deddeebiin mudataa jiruuf furmaata kennuuf hojjetamaa jiraachuu… Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Balaa Lolaa Godina Silxee irra deddeebiin mudataa jiruuf furmaata waaraa kennuuf hojjetamaa jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Naannichatti Yaa’iin Barnootaa 26ffaan eegale Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti Yaa’iin Barnootaa 26ffaa fi waltajjiin sosochii barnootaa bara 2017 eegalameera. Itti Aanaa Pireezidaantii naannichaa…
Idil Addunyaa Hundeessaa fi Hogganaan Teeleegiraamii wabii Yuuroo miiliyoona 5 gadi lakkifamuu ibsame Sifen Megersa Aug 29, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2016 (FBC) – Sooressi beekamaan, Hundeessaa fi hogganaan Teeleegiraamii Faransaayitti to’annoo jala oolee ture Paaveel Duuroov wabii Yuuroo miiliyoona 5 gadi…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa danbii itti fufiinsa hojii misooma kooriidaraa mirkaneessu raggaasise Sifen Megersa Aug 28, 2024 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2016 (FBC) –Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Hararii danbii itti fufiinsa hojii misooma kooriidaraa mirkaneessu raggaasiseera. Manni marichaa dhimmoota…