Ispoortii Riyaal Maadriid 2 -1 Baarseloonaa Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Laaligaa Ispeen torbee 10ffaan Riyaal Maadriid Baarseloonaa injifate. Riyaal Maadriid taphoota El Kilaasikoo torba booda har'a galchii 2…
Oduu biyya keessaa Garaagarteen gufuu misoomaa ta’uu hin qabu – Dooktar Aragaawwii Barihee Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Garaagarteen gufuu misoomaa ta'uu hin qabu jedhan Daayrekterri Olaanaan Qindeessaa Waajjira Piroojektii Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Dooktar…
Ispoortii Arsenaal 1 – 0 Kiristaal Paalaas Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaa har'a taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifachuun dursummaa isaa cimsate. Arsenaal galchii…
Oduu biyya keessaa Qonna Gannaa bara kanaarraa oomishni Qamadii kuntaalli miiliyoonni 100 fi miiliyoonni 75 ni eegama … Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Qonnaa gannaa baranaatiin lafa heektaara miiliyoona 4.5 qamadiin uwwifamerraa callaa kuntaalli miiliyoonni 100fi miiliyoonni 75 ni abdatama jedhan…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Xaanaa 11ffaan xumurame Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Fooramiin Xaanaa 11ffaan mata duree 'Afrikaa sirna jijjiiramaa addunyaa waliin' jedhuun Bahir Daarii fi Finfinneetti taa'amaa ture xumurameera.…
Ispoortii Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii Vaaleensiiyaa injifate Sifen Megersa Oct 26, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 16, 2018 (FMC) – Atileet Yoomiif Qajeelchaan fiigicha Walakkaa Maaraatoonii har'a Vaaleensiiyaatti dorgomame injifate. Atileet Yoomiif Qajeelchaan fageenyicha…
Ispoortii Maanchiister Yuunaayitiid 4 – 2 Biraayitan Sifen Megersa Oct 25, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 15, 2018 (FMC) –Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 9ffaan Maanchiister Yuunaayitiid Biraayitan injifate. Maanchiister Yuunaayitiid galchii 4 fi 2'n…
Teeknooloojii Sosochiin addaa waraqaa eenyummeessa biyyaalessaa eegalame Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Sosochiin addaa waraqaa eenyummeessa biyyaalessaa guyyoota sadiif turu eegalame. Sosochiin har’a eegale kun lakkoofsa galmooftootaa haala addaan…
Oduu biyya keessaa Sassaabbii qonna gannaafi qophii qonna bonaaf xiyyeeffannoon kennamee jira – BKO Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Sassaabbii qonna gannaafi qophii qonna bonaaf xiyyeeffannoon kennamee hejjetamaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa. Oomishaafi…
Oduu biyya keessaa Baankichi Itti fayyadama Herrega Baankii dhuunfaafi Qaama 3ffaa ilaalchisuun qajeelfama dabarse Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Itti fayyadama Herrega Baankii dhuunfaafi Qaama 3ffaa ilaalchisee qajeelfama cimaa ta’e dabarse. Maamiltoonni…