Ispoortii Midira Gannat Shiree 1 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’iinaa Sifen Megersa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaa har'a taphatameen Midira Gannat Shireen Hadiyyaa Hoosaa’inaa waliin qabxii qoodate.…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Filannoo waliigalaa Itiyoophiyaa 7ffaaf guyyoota sadii qofatu hafe Sifen Megersa May 29, 2026 0 Yeroo ammaa kana hawaasni bal’aan kan sagaleesaa kennus ta’e kan biroo, Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa fi dhaabbileen dhimmi ilaallatu hundi qophii isaanii xumuraa jiru. Buufataaleen…
Oduu biyya keessaa Naannolee garaagaraatti meeshaaleen filannoof oolaan raabsamaa jiru Sifen Megersa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Naannoo Somaalee fi Kibba Itiyoophiyaatti meeshaaleen Filannoo waliigalaa 7ffaaf oolaan raabsamaa jiru. Naannoo Somaaleetti buufataalee filannoo…
Oduu biyya keessaa Dirqama Miidiyaaleefi Gaazexeessitootaa filannoo waliigalaa 7ffaa gabaasuuf eeyyama argatanii… Sifen Megersa May 29, 2026 0 Miidiyaaleefi Gaazexeessitootni Filannoo Waliigalaa 7ffaa gabaasuuf eeyyama argatan dirqama akkamii qabu? 👉 Aadaa biyyaafi naannawaa filannoo kabajuu 👉 Baajii boordiin filannoo kenne…
Oduu biyya keessaa Filannoo fi mirgoota lammiilee… Sifen Megersa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) - Filannoon waliigalaa 7ffaan Caamsaa 24, 2018 gaggeeffama. Akkaataa Heera Mootummaa Rippaablika Diimokiraatawaa Federaalaawaa Itiyoophiyaa keeyyata…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu Sifen Megersa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) - Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 34ffaan har'a taphoonni 4 ni taphatamu. Waaree booda sa'aatii 7:00 eegalee Istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Sosochii ummataa boru Addabaabayii Masqalaatti taasifamu hordofee daandiwwan cufaman ifooman Sifen Megersa May 25, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) - Qajeelchi waliigalaa Poolisii magaalaa Finfinnee s)osochii ummataa boru Addabaabayii Masqalaatti taasifamu hordofee daandiwwan cufaman ifoomseera.…
Ispoortii AC Miilaan leenjisaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar bahe Sifen Megersa May 25, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Kilabni Xaaliyaanii AC Miilaan leenjisaa kilabichaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar baheera. Miilaan tapha xumuraa Seeriyaa A bara kanaan…
Fayyaa Dhibee Vaayirasii Iboolaa ittisuuf hojii qophii duraa hojjetamaa jiru… Sifen Megersa May 25, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Dhibee Vaayirasii Iboolaa biyyoota Afrikaa garaagaraatti mudate ittisuuf hojiin qophii duraa hojjetamaa jira jedhen Ministeerri Fayyaa. Dhibeen kun…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan torban har’aa cidha guddaa qabdi! Sifen Megersa May 25, 2026 0 Cidha jabaan carraa biyyaalessaa murteessuuf daabaltoota waliin qopha’aa jirti. Itiyoophiyaan Filannoo Waliigalaa 7ffaa keessumeessuuf guyyoota murteessaa keessa jirti. Sagalee kennuuf…