Caffeen Oromiyaa baajata bara 2017 Birrii biiliyoona 285 ol ta’uun dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 15, 2016 (FBC) – Caffeen Oromiyaa Wixinee labsii baajata Mootummaa naannichaa bara 2017 Birrii biliyoona 285 fi miiliyoona193 fi kuma 137 ol ta’uun dhiyaate…