Ayyaanni Bara haaraa Ummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 5, 2018 (FMC) – Ayyaanni Bara haaraa Ummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan sagantaalee adda addaan kabajamaa jira.
Ayyaanichi har'aa eegaluun akkaataa duudhaa aadaa…