Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti riqichi laga Hiddaa eebbifame Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Godina Jimmaatti riqichi laga Hiddaa ummata kuma 15 ol fayyadamaa godhu eebbifameera. Riqichichi godina Jimmaa aanaa gommaatti kan ijaarame yoo ta'uu,…
Biiznasii Furmaatawwan dhiibbaa Idaa Afrikaa Doolaara Tiriiliyoona 1.3 qolachuu danda’u… Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Yaa’iin Moodeela bulchiinsa Idaa Afrikaa jijjiirurratti xiyyeeffate Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Dhiibbaa Idaa Afrikaa Doolaara…
Ispoortii Baayerni Muunik vs PSG… Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a Baayerni Muunik PSG waliin taasisu ni eegama. Taphni marsaa jalqabaa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaan har'a taphoonni 3 ni taphatamu. Haaluma kanaan waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee Bunni…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal tapha xumuraaf darbe Sifen Megersa May 6, 2026 0 Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) – Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan halkan kana taphatameen Arsenaal Atileetikoo Maaadriid injifachuun tapha xumuraaf darbe. Arsenaal…
Ispoortii Cheelsii 1 – 3 Notingahaam Forest Sifen Megersa May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer liigii Ingilaandi torbee 35ffaa galgala kana taphatameen Cheelsiin Notingahaam Forestiin injifatame. Notingahaam Forest galchii 3 fi…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan pirojektoota misooma tuurizimii itti fufsiisuuf dandeessisan ijaaraa jirti –… Sifen Megersa May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan pirojektoota misooma tuurizimii itti fufsiisuuf dandeessisan ijaaraa jirti jedhan Ittaanaan Ministira Muummee obbo Tamasgeen Xurunaan. Obbo…
Oduu biyya keessaa Guyyaa Goototaa sababeeffachuun boru yeroo 21 Madfiin ni dhuka’a – Raayyaa Ittisaa Sifen Megersa May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018 (FMC) – Guyyaa Goototaa yeroo 85ffaaf kabajamu sababeeffachuun boru Madfiin yeroo 21 ni dhuka’a jedhe Raayyaa Ittisa Biyyaa. Guyyaan Yaadannoo Goototaa boru yeroo…
Idil Addunyaa Iraan doonii waraanaa US Ulaa Hormuuz seenuuf turan misaa’elaan haleelte Sifen Megersa May 4, 2026 0 Finfinnee, Ebla 26, 2018(FMC) – Iraan doonii waraanaa Ameerikaa akeekkachisaa diduun Ulaa Hormuuz seenuuf turan misaa’elaan haleeluu miidiyaaleen Iraan gabaasan. Iraan dooniin waraanaa…
Ispoortii Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa har’a taphoonni 3 ni taphatamu Sifen Megersa May 4, 2026 0 Finfinnee, Eebla 26, 2018(FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu. Haaluma kanaan har’a waaree booda sa’aatii 7:00…