Fayyaa Faayidaa Qaaraa/Qorqaa/Caccee Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) –Qaaran/Qorqaan gosa nyaataa viitaminii fi albuudota adda addaan badhaadhe. Yeroo baay'ee akka mi'eessituu nyaatatti fayyada. Qaaraan qabiyyee…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa Finfinnee Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamaa jira.…
Ispoortii Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni Maanchiister Siitii fi Arsenaal gidduutti… Sifen Megersa Mar 30, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 30ffaan taphni Maanchiister Siitii fi Arsenaal, Liivarpuulii fi Biraayitan gidduutti taphatamu hawwiin…
Idil Addunyaa Afrikaa Kibbaatti balaa Awutoobisii tokkorratti mudateen lubbuun namoota 45 yoo darbu, daa’imni… Sifen Megersa Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti Awutoobisiin riqicharraa kufuun daa'ima umrii waggaa 8 tokkorraa kan hafe namoonni keessa turan 45 du'uu ibsame. Awutoobisiin kun…
Oduu biyya keessaa Barattoonni kumni 675 ol qormaata Naannoo kutaa 8ffaa ni fudhatu-BBO Sifen Megersa Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Oromiyaatti bara barnootaa kana barattoonni kumni 675 fi 900 ol qormaata naannoo kutaa 8ffaa kan fudhatan ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise.…
Fayyaa Mooriingaa fi faayidaa fayyaa Sifen Megersa Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016(FBC) - Faayidaa fayyaa mooriingaa/shifarraan qabu. Yeroo baay’ee waan naannoo keenyatti argamu akka dawaatti hin ilaallu malee, dhibeewwan osoo nu hin qabin…
Oduu biyya keessaa Paartiin Badhaadhinaa Paartii qabsoo hadhaawaa ummatichaan dhaloota haaraa caba kaleessaa… Sifen Megersa Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Injifannoon waggoota darban galmeessine cabiinsi diinagdeefi siyaasaa fayyuu akka danda'u mul'iseera jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Shimallis…
Oduu biyya keessaa Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Mar 29, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira. Konfiransichi mata…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa, duub-deebii kenname akka galteetti fudhatee hojiitti kan hiiku ta’a… Sifen Megersa Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Gareen Suupparvizhinii Federaalaa,Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Dooktar.Abrahaam Balaayin duurfamu suupparvizhinii Naannichatti taasiisaa turee…
Oduu biyya keessaa Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa maqaa namootaa kuma 5 fi 166 karaa seeraan alaa maallaqa baankichaa… Sifen Megersa Mar 27, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Rakkoo Siistamaa Baankicha Bitootessa 6, 20216 muudate fayyadamuun kanneen Maallaqa isaaniif hin malle fudhatanii hanga ammaatti hin deebifneef…