Itiyoophiyaan Keessummoota ishee Hunda qixa ilaalti – Ambaasaaddar Dooktarr Mallas Alam
Finfinnee, Guraandhala 10, 2016 (FBC) - Yaa'iin Dureewwanii Gamtaa Afrikaa akkaatuma sagantaa qabameen gaggeeffamaa jiraachuu Dubbii himaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Dooktar Mallas…