Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa Baankii Addunyaarra heyyama gorsaa argate
Finfinnee, Bitootessa 10, 2016 (FBC) – Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa Pirojektoota Maallaqa Baankii Addunyaan gaggeeffamurratti Hojii Gorsaa injinariingii dandeettii ofiin raawwachuuf…