Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Jan 1, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan waliigaltee karra Galaanaa argachuu mallatteessuu hordofee Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ergaa baga…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Ifatti Garee ‘BRICS’tti makamuun taatee seenaati – MDhA Sifen Megersa Jan 1, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) - Itiyoophiyaan Ifatti Garee 'BRICS’tti makamuun taatee seenaa ta'uu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise. Itiyoophiyaan bara Faranjootaa haaraan miseensa…
Oduu biyya keessaa Baatiwwan shanan darban meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 5.9 ol baasan to’atamuu ibsame Sifen Megersa Jan 1, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Baatiwwan shanan darban hojimaata seeraan alaa ittisuuf hojii hojjetameen meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii biiliyoona 5.9 ol baasan to’atamuu Komishiniin…
Idil Addunyaa Uffannaa adda bahiinsaa Meesiin uffatu Lakkoofsa 10 taphataan biraa kan hin uffanne ta’uu… Sifen Megersa Jan 1, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Uffannaa adda bahiinsa taphattootaa Liyooneel Meesiin uffatu Lakkoofsa 10 taphataan biraa kan hin uffanne ta’uu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Arjentiinaa…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Siidaa Hiikaa Awwaajii (Abbaa Gammachiis) fi Asteer Gannoo Magaalaa Naqamteetti eegalame Sifen Megersa Jan 1, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Ijaarsi Siidaa Oneesmoos Nasiib fi Asteer Gannoo Magaalaa Naqamteetti eegalameera. Pireezidaantiin Waldaa Warra Wangeelaa Makkaana Yesuus Itiyoophiyaa…
Fayyaa Dubartoota miiliyoona 8.8 ta’aniif talaalliin Kaansarii Fiixee Gadameessaa ni kannama – Ministeera… Sifen Megersa Jan 1, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Dubartoota miiliyoona 8.8 ta’aniif talaallii Kaansarii Fiixee Gadameessaa duulaan kennuuf qophiin taasiifamuu Ministeerri Fayyaa beeskiise. Shammarra…
Idil Addunyaa Atileetiin Ugaandaa Keeniyaatti Konkolaataa keessatti du’ee argamuu ibsame Sifen Megersa Jan 1, 2024 0 Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC) – Atileetiin Ugaandaa Beenjaamiin Kiplaagaati Keeniyaatti Konkolaataa keessatti du’ee argamuu ibsameera. Fiigicha gufachiisaa Fageenya Kiiloo Meetira 3…
Idil Addunyaa Feliiksii Tishiiseekeediin filannoo Pireezidaantummaa Koongoo injifateera Sifen Megersa Dec 31, 2023 0 Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Feliiksii Tishiiseekeediin filannoo Pireezidaantummaa Riippaablika Diimookiraatawaa Koongoo injifachuu komishiniin filannoo biyyattii ifoomse. Feliiksii…
Ispoortii Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Arsenaal yoo injifatamu, Tootanhaam injifate Sifen Megersa Dec 31, 2023 0 Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandi torbee 20ffaa har’a taphatameen Arsenaal Fuulhaamiin yoo injifatamu, Tootanhaam Boornimaawuz injifateera. Arsenaal…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Somaaleelaand Museebbiihii Abdiin Finfinnee galan Sifen Megersa Dec 31, 2023 0 Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Pireezidaantiin Somaaleelaand Museebbiihii Abdiin Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti Museebbiihii Abdiin wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…