Oduu biyya keessaa Koreen Teeknikaa FIFA Dirre Dhawaa gale Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Koreen Teeknikaa Waldaa Kubbaa Miilaa Addunyaa magaalaa Dirre Dhawaa galeera. Korichi hojiin Haaromsaa fi uffisa marga Artifishaalee Istaadiyeemii…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa boru mudamoota garaagaraa ni raggaasisa Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 15ffaa bara hojii 3ffaa marsaa 6ffaa guyyaa boruu gaggeesuun mudamoota garaagaraa ni raggaasisa jedhame.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaan ogeeyyii miidiyaalee kuma 1oliin uwwisa argata jedhame Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaan ogeeyyii miidiyaalee biyya keessaa fi alaa kuma 1oliin uwwisa kan argatu ta’uu ibsame. Yaa’iin Hoggantoota…
Oduu biyya keessaa Naannoon Afaar hambaalee injifannoo Adwaan hidhata qaban bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaache Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) –Mootummaan Naannoo Afaar hambaalee injifannoo Adwaan hidhata qaban bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaacheera. Hogganaan Biiroo Aadaa fi Turizimii…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy daawwannaaf gara Itiyoophiyaa kan dhufan Pireezidaantii Yuuniyenii Koomoroos Azaalii… Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) –Pireezidaantiin Yuuniyenii Koomoroos Azaalii Asumaanii daawwannaa hojiif Finfinnee dhufan. Dooktar Abiy Pireezidaanti Azaalii Asumaan waajjira isaanitti…
Oduu biyya keessaa Hambaaleen injifannoo Adwaan walqabatan bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaachaman Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumuz Hambaaleen injifannoo Adwaan waliin hidhata qaban garaagaraa bulchiinsa magaalaa Finfinneef gumaacheera. Hoggantuun…
Ispoortii Leenjisaa Fireew Hayilagabre’eel Garee Biyyaalessaan adda bahan Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa Dubaartootaa Itiyoophiyaa Fireew Hayilagabre’eel ifatti hojii leenjisummaa gadi dhiisaniiru. Leenjisaa Fireew…
Biiznasii Torbeen Bunaa Faayiin Afriikaa 20ffaan Magaalaa Finfinneetti baname Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Agarsiifnii fi Konfiraansiin Bunaa Faayiin Afriikaa 20ffaan Magaalaa Finfinnee Galma Bar-kumeetti banameera. Agarsiisa kana irrattis dhaabbileen…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaatti bulchiinsi godaantootaa bu’aa qabeessa ta’e akka jiraatu deeggarsa barbaachisu ni… Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti bulchiinsi godaantootaa bu’aa qabeessa ta’e akka jiraatu deeggarsa barbaachisu kan taasiisu ta’uu Dhaabbanni Godaantoota Idil Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Boba’aan Barmeelli 30 karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture to’atame Sifen Megersa Feb 7, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 29, 2016 (FBC) – Boba’aan Barmeelli 30 karaa seeraan alaa biyyaa ba’uuf ture konkolaataa waliin to’atamuu ibsame. Bobaa’aan kun Naannoo Somaalee Godina Afdheeraa ka’uun…