Baankiin Addunyaa galmoota Misoomaa Itiyoophiyaa deeggaruuf murannoo qabaachuu ibse
Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC) - Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee fi Bulchaan Baankii biyyaalessaa Mihiratuu Maammoon Itti Aanaa Pireezidaantii Baankii Addunyaa…