Raayyichi dirqama itti kenname bahaachuun cinaatti gama hojii misoomaan bu’aan galmeessaa jiru kan…
Finfinnee, Mudde 9, 2016 (FBC) - Raayyaan Ittisa biyyaa dirqama itti kenname bahaachuun cinaatti gama hojii misoomaan bu’aan galmeessaa jiru kan dinqisiifamu ta'uu Itaamaajooriin Humna…