Lammiileen Ityoophiyaa hundi Dhimma Karra Galaanaarratti gahee isaanii bahaachuu qabu-Dooktar…
Finfinnee, Mudde 24, 2016 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa hundi garaagartee ilaalcha siyaasaa keessa bahuun dhimma Karra Galaanaarratti gumaacharraa eegamuu bahaachuu akka qaban Ministirri…