Finfinneetti hojiin kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuu cimee itti fufa jedhame
Finfinnee, Mudde 21, 2016 (FBC) - Magaalaa Finfinneetti hojiin kenniinsa tajaajilaa ammayyeessuu cimee kan itti fufu ta'uu kantiibaan magaalichaa Aadde Adaanachi Abeebeen ibsa.
Aadde…