Obbo Awwal Aarbaan Aanaa Hanruukaatti misooma Muuzii fi Paappayyaa daawwatan
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Aarbaan Aanaa Hanruukaatti misooma Muuzii fi Paappayyaa daawwataniiru.
Lafa oomishaaf oolu laga Awaash…