Lafa hektaara miiliyoona 10.5 irraa oomishni walitti qabame – MQ
Finfinnee, Mudde 4, 2016 (FBC) – Lafa hektaara miiliyoona 10.5 irraa oomishni ga’e walitti qabamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Lafa qonna Gannaan misoome hektaara miiliyoona 17.5…