Itiyoophiyaan waggoota sadan darban biqiltuuwwan kuma 100 ol Jibuutiif ergite
Finfinnee, Sadaasa 28, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waggoota sadan darban biqiltuuwwan kuma 100 ol Jibuutiif erguu beeksifte.
Itiyoophiyaan karoora biyyoota ollaa waliin misoomuu qabattee…