Fayyaa Dhukkuba Kaanserii Sombaa Sifen Megersa Nov 20, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Kaanseriin sombaa gosoota kaanserii rakkoo fayyaa cimaa fi du’aatii fidan keessaa tokko ta’ee, sababa rakkoo seelii sombaa irra gahuun kan dhufuudha.…
Oduu biyya keessaa Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Kilabiin Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar 2 fi 0n Gamoo Ceenchaa injifate Sifen Megersa Nov 20, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 3ffaan Kilabiin Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar 2 fi 0n Gamoo Ceenchaa injifateera. Taphni har’a sa'aatii…
Biiznasii Sirna daldala boba’aa dijitaalaan gurgurtaa fi Bittaan Birrii biiliyoona 124 raawwatamuu ibsame Sifen Megersa Nov 20, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Erga Sirna daldala boba’aa dijitaalaan hojiirra ooluu eegalee gurgurtaa fi Bittaan Birrii biiliyoona 124 raawwatamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii…
Idil Addunyaa Hindi deeggarsa namoomaa marsaa 2ffaa gara Gaazaatti ergite Sifen Megersa Nov 20, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Hindi deeggarsa namoomaa lubbuu lammiilee nagaa baraaruu danda’u Toonii 32 gara Gaazaatti erguu beeksifte. Deeggarsi namoomaa marsaa 2ffaa kun…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin imaammata lafaa Afrikaa Finfinneetti taa’amuufi Sifen Megersa Nov 20, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Yaa’iin imaammata lafa Afrikaa 5ffaan boruu eegalee guyyoota 4’f Finfinneetti gaggeeffama jedhame. Yaa’iin kun mata duree “bulchiinsa lafaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Xilahuun Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Sooddoo fi naannawaa ishee waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 20, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Sooddoo fi naannawaa ishee waliin mari’atan. Naannoo fakkeenya…
Oduu biyya keessaa Diinagdeen naannichaa guddina qabatamaa agarsiisaa jira – Pir. Shimallis Sifen Megersa Nov 20, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Diinagdeen naannoo Oromiyaa guddina qabatamaa agarsiisaa jira jedhan Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Qusannaa Galiifi…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran daawwataniiru. Giddu gala Geejjibaa Ammayyaa, Bakka…
Biiznasii Baankichi maamiltoota CBE Nuur waliin mari’ate Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Baankiin Daldala Itiyoophiyaa maamiltoota CBE Nuur waliin mari'ateera. Baankichi mata duree 'Abdii ifaa, boqonnaa bu'aa qabeessa' jedhuun kabaja CBE…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti Warshaan baasii Doolaara miiliyoona 14.5 oliin ijaarame eebbifamuun hojii eegale Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti Warshaan EZM jedhamu baasii Doolaara miiliyoona 14.5 oliin ijaarame eebbifamuun hojii eegaluu Korporeeshiniin Misooma Indaastirii…