Kurmaana 1ffaa darbe keessaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii biiliyoona 3.6 olitti tilmaamaman…
Finfinnee, Sadaasa 6, 2016 (FBC) – Kurmaana 1ffaa darbe keessaa meeshaaleen kontiroobaandii fi Maallaqoonni garaagaraa Birrii biiliyoona 3.6 olitti tilmaamaman to’atamuu Komishiniin Gumrukaa…