Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Daabanaa kabajame Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Godina Buunnoo Beddelleetti Irreechi Malkaa Daabanaa kabajameera. Haadholiin Siiqqee, Abbootiin Gadaafi kutaaleen hawaasaa garaagaraa bakka argamanitti…
Fayyaa Faayidaa Loomii Sifen Megersa Nov 12, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 2, 2016 (FBC) – Loomiin kuduraa fi muduraa keessaa tokko ta'ee dur irraa kaasee ilmi namaa wanta garagaraaf itti fayyadamaa tureera. Loomiin yeroo baayyee qabiyyee isaa…
Ispoortii Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam injifatame Sifen Megersa Nov 11, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaand har'a gaggeeffameen Arsenaalii fi Maanchiister Yuunaayitiid morkattoota isaanii yoo injifatan, Tootenhaam…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Taanzaaniyaa fi kan Ruwaandaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Taanzaaniyaa Saamiyaa Suluhuufi Pireezidaantii Ruwaandaa, Pool Kaagaamee waliin…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Pireezidaantii Baankii Misoomaa Afrikaa Dooktar Akiinwumii Adeesiinaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giilleehii fi Kan Somaaliiyaa Hasan Sheeh… Sifen Megersa Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Jibuutii Ismaa’eel Oomaar Giilleehii fi kan Somaaliiy Hasan Sheeh Mohaammad waliin…
Ispoortii Taphattoonni Garee Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaaf taphatan ifooman Sifen Megersa Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Taphattoonni Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa gulaallii Waancaa Addunyaaf taphatan 23 ifoomaniiru. Leenjisaan Garee Kubbaa Miilaa…
Fayyaa Dhibee Busaa fi Tooftaalee Ittisa Sifen Megersa Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC)- Dhibeen busaa dhukkuba daddarbaa bookee busaaatin dhufuudha. Dhukkubni kun rooba gannaan walqabachuun iddoowwaan busaaf saaxilamaa ta’anitti…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa Nageenya Waaraa Buusuuf tattaaffii eegale cimsee itti fufa – Obbo… Sifen Megersa Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Nageenya Waaraa Buusuuf tattaaffii eegale cimsee kan itti fufa ta’uu beeksiise. Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaan 15ffaan boru xumura argata Sifen Megersa Nov 10, 2023 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2016 (FBC) – Dorgaa Dorgeen Faanaa Laamroot boqonnaa 15ffaan torbeewwan 8’f gaggeeffamaa ture boru xumura argata jedhame. Maqdas Zawdee, Hayilayesuus Isheetuu,…