Baankiin Misoomaa Afrikaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Doolaara miiliyoona 104 raggaasiise
Finfinnee, Fulbaana 3, 2016 (FBC) – Baankiin Misoomaa Afrikaa dhiyeessii Anniisaa Afrikaa Bahaa fooyyeessuuf kan ool deeggarsa Doolaara miiliyoona 104 raggaasiisuu beeksiseera.…