Imimmaan lammii qooree arguu caala wanti nama gammachiisu hin jiru – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen manneen jireenyaa kuma 1 fi 686 harka qalleeyyii fi namoota biyyaaf oolmaa oolaniif dabarsaniiru.…