Oomisha Gannaan lafti heektaarri miiliyoonni 3.8 mala ammayyaan qotame – Dooktar Girmaa Amantee
Finfinnee, Hagayya 23, 2015 (FBC) – Oomisha Gannaan lafti heektaarri miiliyoonni 3.8 mala ammayyaan qotamuu Ministeerri Qonnaa beeksiise.
Qonna gannaa bara kanaaf hanga ammaatti lafti…