Qonni keenya waggaa waggaatti bu’aa raajii ta’e argamsiisaa jira – Pir. Shimallis
Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) – Yeroodhaa yerootti tooftaa, teeknoloojii haaraa qonna keenyaaf fidaa jirruun qonni keenya waggaa waggaatti bu’aa raajii ta’e argamsiisaa jira jedhan…