Shaampiyoonaa Rigaan Atileet Ijjigaayyoo Taayyeen meedaaliyaa Nahaasii argatte
Finfinnee, Fulbaana 20, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Laatiiviyaa Rigaatti gaggeeffamaa jiruun Atileet Ijjigaayyoo Taayyeen meetira kuma 5 meedaaliyaa Nahaasii jalqabaa…