Hoomaa simbira girrisaa to’achuuf guyyoota sadan dhufan biiffaan Keemikaalaa xiyyaaran ni eegalama –…
Finfinnee, Fulbaana 11, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaa fi Amaaraatti Hoomaa simbira girrisaa to’achuuf guyyoota sadan dhufan biiffaan Keemikaalaa xiyyaaran kan eegalamu ta’uu Ministeerri…