Ambasaaddar Tashoomaa Toogaan Hoggaantoota Dhaabbilee idil Addunyaa wlaiin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Komishinnarri Komishinii Haaroomsa Biyyaaleesaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Hoggaantoota dhaabbilee Idil Addunyaa garaagaraa waliin mari’ataniiru.…