Boru tajaajjilli geejjibaa Taaksii bilisaan ni laatama
Finfinnee, Hagayya 30, 2015 (FBC) – Guyyaa Boruu Qaammee 1 guyyaa tajaajilaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti tajaajjilli geejjibaa Taaksii bilisaan ni laatama.
Boru ganama sa’aatii…