Hirmaannaan dippiloomaasii Ityoophiyaa dabalaa dhufuun tumsa damee Fayyaaf gumaacha qaba –…
Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Hirmaannaan dippiloomaasii Ityoophiyaa cimuun tumsa damee Fayyaaf gumaacha olaanaa qabaachuu Ministiri Ministeera Fayyaa - Dooktar Liyaa Taaddasaan…