Koollejjootni Barnoota Leenjii teeknikaafi ogummaa 26 barattoota ogummaa garagaraatiin leenjisaa…
Finfinnee, Waxabajjii 24, 2015 (FBC) – Koollejjootni Barnoota Leenjii teeknikaafi ogummaa 26 barattoota ogummaa garagaraan leenjisaa turan kuma 3fi 508 eebbisiisaniiru.
Koollejjootni…