Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Hordoftoota Amantaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantoonni naannolee ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Pireezidaantoonni naannolee Ayyaana Iidal Adahaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Pireezidaantiin naannoo Beenishaanguul Gumuz…
Oduu biyya keessaa Mootummaan gaaffilee dhiyeessa Xaa’oo biyyoo deebisuuf bittaa xaa’oo Meetirk Toonii miiliyoona 1.2… Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Mootummaan gaaffilee dhiyeessa Xaa’oo biyyoo deebisuuf bittaa xaa’oo Meetirk Toonii miiliyoona 1.2 raawwachuu Tajaajilli Kominikeeshinii mootummaa…
Biiznasii Maallaqni osoo hin sassaabamin hafe Birriin biiliyoonni 15 argame Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Maallaqni osoo hin sassaabamin hafe Birriin biiliyoonni 15 argamuu gabaasni Bara baajataa 2014 Waajjira Oodiitara Muummee Federaalaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Bidiruuwwan saffisoo waraanaa daawwataan Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Itaamaajooriin Humna Waraanaa waliigalaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Juulaan Bidiruuwwan Saffisoo waraanaa Giddu Galli Suphaa Aviyeeshinii Humna…
Oduu biyya keessaa Godina Iluu Abbaa Booritti pirojektoonni bu’uuraalee misoomaa 464 Birrii biiliyoona 1 fi miil… Sifen Megersa Jun 27, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2015 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booritti bara kana pirojektoonni bu'uuraalee misoomaa 464 Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 63 Aanaalee Godinichaa keessatti…
Oduu biyya keessaa Hawaasni musiliimaa ayyaana Arafaa wayita kabaju tokkummaa fi walgargaaruun ta’uu qaba’-… Sifen Megersa Jun 26, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Hawaasni musiliimaa ayyaana Arafaa wayita kabaju tokkummaa fi walgargaaruun kabajuu akka qabu Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Walitti qabduun Boordii Filannoo hojii gadi lakkisuuf iyyata galfatan Sifen Megersa Jun 26, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Walitti qabduun Boordii Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Burtukaan Miidhaksaan fedhii isaaniin hojii gadi lakkisuuf iyyata galfataniiru. Sababa…
Oduu biyya keessaa Chaayinaan Misooma Anniisaa Haaroomuu Ityoophiyaa guddisuuf deeggarsa kan taasiftu ta’uu… Sifen Megersa Jun 26, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Chaayinaan tattaaffii Ityoophiyaatti Misooma Anniisaa Haaroomuu guddisuun jireenya lammiilee fooyyessuuf taasifamu cimsitee kan deeggartu ta'uu…
Ispoortii Waaliyaawwan gara Ameerikaa imaluun tapha michoommaa taasisuufi Sifen Megersa Jun 26, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 19, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa Waaliyaawwan gara Ameerikaa imaluun tapha michoommaa taasisuufi jedhame. Haaluma kanaan Adoolessa 26,…