Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Ministira Daldala Idil Addunyaa Ingiliz waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Ministira Daldala Idil Addunyaa Ingiliz Niigal Haadilistan waliin mari'ataniiru.…