Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ministira Alaa Afrikaa Kibbaa waliin mari’atan Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Alaa Afrikaa Kibbaa Naaleedii Paandooran waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy Naaleedii…
Oduu biyya keessaa Badhaadhinnni waloo Ityoophiyaa borii kan milka’uu, ariitii fi qulqullinaan oomishuun yoo… Sifen Megersa Aug 1, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Badhaadhinnni waloo Ityoophiyaa borii kan milka'uu, ariitii fi qulqullinaan omishuun yoo danda'ame qofa jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan dippiloomaasii gamhedduun hojiilee bu’aa qabeessa raawwachaa jirti – TKM Sifen Megersa Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) – Yaa’ii Raashiyaa – Afrikaa 2ffaan Ityoophiyaan dippiloomaasii waloo fi gamhedduun hojiilee bu’aa qabeessa raawwachuu Ministir Deetaan Tajaajila…
Biiznasii Oomishaalee biyya keessatti oomishamanirraa galiin Dooolaarrri biiliyoonni 2.3 argame –… Sifen Megersa Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) - Bara baajataa 2015 oomishaalee biyya keessatti oomishamanirraa galiin Dooolaarrri biiliyoonni 2.3 argamuu Ministeerri Indaastirii beeksiise. Bara…
Idil Addunyaa Waraanni Niwukilaraa jijjiirama qabeenya qilleensaa caalaa hamaa miti – Antoonii Bilinkeen Sifen Megersa Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) – Waraanni Niwukilaraa jijjiirama qabeenya qilleensaa caalaa hamaa miti jedhan Ministirri Alaa Ameerikaa Antoonii Bilinkeen. Jijjiiramni Qabeenyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti iddoolee seeraan alaa kuma15 fi Manneen sharaan ijaaraman kuma 68 olirratti… Sifen Megersa Jul 31, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti iddoolee kuma 15 seeraan alaa dalleeffamanii fi manneen sharaan ijaaraman kuma 68 olirratti tarkaanfiin fudhatamuu Abbaan Taayitaa…
Oduu biyya keessaa Bara Oomishaa 2025/16’f kan oolu Xaa’oon kuntaalli kumni 800 Tigraay seenuun ibsame Sifen Megersa Jul 29, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Bara Oomishaa 2025/16'f kan oolu Xaa'oon biyyoo kuntaalli kumni 800 gara Tigraay seenuu ibsameera. Naannichi bara oomishaa kana xaa'oo biyyoo…
Oduu biyya keessaa Obbo Gabramasqal Caalaan Daayrektara olaanaa Dhaabta Daldala Addunyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 29, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabramasqal Caalaan Daayrektara olaanaa Dhaabta Daldala Addunyaa Nigoozii Ookoonjoo…
Idil Addunyaa Ameerikaan deeggarsa waraanaa Doolaara miiliyoona 345 Taayiwaaniif taasiste Sifen Megersa Jul 29, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) –Ameerikaan deeggarsa waraanaa Doolaara miiliyoona 345 Taayiwaaniif taasisuu ibsameera. Deeggarsichi Taayiwaan qocholoo qaama kamiinuu irratti yaalamu…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Waldaa Federeeshinii Daddabarsistoota Fe’umsaa Idil Addunyaa Finfinneetti… Sifen Megersa Jul 29, 2023 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2015 (FBC) – Yaa'iin Waldaa Federeeshinii Daddabarsistoota Fe'umsaa Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa'ichi Finfinneetti gaggeeffamuun…