Pireezidaanti Shimallis hawaasni tajaajila Lammummaarratti akka hirmaatan waamicha dhiyeessan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2015 (FBC) – Tajaajilli Lammummaa tarkaanfilee hoggansi jijjiiramaa ummata gara duudhaa Sirna Gadaatti deebisuuf qabatee socho’aa tureefi socho'aa jiru ta'uu…