Tokkummaa Oromoo Jabeessaa Sabdaneessummaa sirneessuun Badhaadhina Ityoophiyaa milkeessuuf hojjenna…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2015 (FBC) – Tokkummaa Oromoo Jabeessaa Sabdaneessummaa sirneessuun Badhaadhina Ityoophiyaa milkeessuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa ibseera.…