Ispoortii Qidduus Giyoorgis 1 – 1 Magaalaa Hawaasaa Sifen Megersa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 24ffaan Qidduus Giyoorgis Magaalaa Hawaasaa waliin qixa ba’e. Tapha har’a sa’aatii 9:00 irraa…
Ispoortii Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti… Sifen Megersa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Maanchiisteer Siitii fi Riyaal Maadriid gidduutti taphatamu akkaan eegama. Taphni…
Oduu biyya keessaa Itti Aantuun Pireezidaantii Kolombiyaa Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuufi Sifen Megersa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Itti Aantuun Pireezidaantii Kolombiyaa Faraansiyaa Elenaa Markuweez Miina Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuuf ta’uu Ministeerri Dhimmaa Alaa…
Teeknooloojii Baatiwwan kurnan darban kaffaltii elektirooniksiin galiin Birriin biiliyoonni 61 walitti qabamuu… Sifen Megersa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Baatiwwan kurnan darbanitti kaffaltii gibira mala ElektIroniksiin galiin Birriin biiliyoona 61 ol walitti qabamuu Ministeerri Galiiwwanii beeksise.…
Biiznasii Baatiwwan kurnan darban Jimaan karaa seeraan alaa gara Alaatti ba’uuf ture Birrii biiliyoona 1.2… Sifen Megersa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Baatiwwan kurnan darban Jimaan karaa seeraan alaa gara Alaatti ba’uuf ture Birrii biiliyoona 1.2 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin Gumrukaa beeksise.…
Biiznasii Daballiin gatii fi Qaala’iinsi jireenyaa qormaata ijoo diinagdee Goorooti – Ministeera Pilaanii fi… Sifen Megersa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Daballiin gatii fi Qaala’iinsi jireenyaa qormaata ijoo diinagdee Gooroo ta’uu adda ba’uun xiyyeeffannoon akka irratti hojjetamu kallattiin kaa’amuu…
Oduu biyya keessaa Tokkummaan Oromoo kan ijaarramu sirnaani – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa waggoottaan darban keessa rakkoo hammaataa keessa dhaabbatee dhaloota ijaaruuf hojjechaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa…
Oduu biyya keessaa Masaraa qofa osoo hin taane seenaa Oromoo ijaarra – Obbo Awwaluu Abdii Sifen Megersa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Mootummaan naannoo Oromiyaa gaaffii Ummata Oromoo deebisuuf xiyyeeffannoo addaan hojjetaa jiraachuu Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa Obbo Awwaluu…
Oduu biyya keessaa Sirni eegalchiisa ijaarsa Masaraa mootummaa naannoo Oroomiyaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 17, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) – Sirni eegalchiinsa Ijaarsa Masaraa Mootummaa Naannoo Oromiyaa iddoo Hooggantoonni Naannoo Oromiyaafi Federaalaa Abbootiin Gadaa fi Amantaa akkasumas…
Ispoortii Inistiraakter Daani’eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo Waaliyaawwanii ta’uun muudaman Sifen Megersa May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC) – Inistiraakter Daani'eel Gabramaariyaam leenjisaa yeroo garee Biyyaalessa Ityoophiyaa ta'uun muudaman Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa beeksise.…