Oduu biyya keessaa Chaansilarri Jarman Olaaf Shooliz Finfinnee galan Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Chaansilarri Jarman Olaaf Shooliz daawwannaa hojii guyyoota lamaaf biyyoota Afrikaatti taasiisaniif Finfinnee galaniiru. Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsagaayeen Ministira Ministeera Dhimma biyya keessaa Jibuutii Sayid Hasan… Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Jibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Birhaanuu Tsagaayeen Ministira Ministeera Dhimma biyya keessaa Jibuutii Sayid Hasan waliin dhimmoota lammiilee…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee ijoo hojjechaa jiru keessaa tokko diinagdee Oromoo guddisuudha… Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa hojiilee ijoo hojjechaa jiru keessaa tokko diinagdee Uummata Oromoo guddisuu ta'uu Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Sabboonummaan Oromoo diinagdeen ibsamuu qaba – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Sabboonummaan Oromoo diinagdeen ibsamuu akka qabu PireezidaantiIN Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan. Dhamaatifi…
Oduu biyya keessaa Murtoo Ummataa Godina Walaayittaaf galmeen filattootaa fi sirni sagalee laachuu guyyaa walfakkaatu… Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Murtoo Ummataa Godina Walaayitta irra deebiin gaggeeffamuuf galmeen filattootaa fi sirni sagalee laachuu guyyaa walfakkaatu Waxabajjii 12, 2015 kan…
Oduu biyya keessaa Qonna keenya ammayyeessuuf Hojii jalqabne cimsinee itti fufneerra – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Qonna keenya ammayyeessuuf hojii jalqabne cimsinee itti fufneerra jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Guyyaa…
Biiznasii Sososchiin ‘’Ityoophiyaan Haa oomishtuu’’ Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) - Bulchiinsa magaalaa Finfinneetti Waltajjiin Sososchii’’ Ityoophiyaan Haa oomishtuu’’gaggeeffamaa jira. Waltajjichaarratti Ministirri Ministeera…
Fayyaa Koreen dhaabbichaa du’aatii haadholii hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjetamuu akka qabu hubachiise Sifen Megersa May 4, 2023 0 Finfinnee, Eebla 26, 2015 (FBC) – Ministeerri Fayyaa du’aatii haadholii hir’isuuf xiyyeeffannoon hojjechuu akka qabu Koreen Dhaabbii Dhimmoota Fayyaa, Misooma Hawaasummaa, Aadaa fi Ispoortii…
Idil Addunyaa Mooskoon Dirooniwwan Yuukreen lama naannawaa Kireemiliin balali’aa turan haleeluu beeksifte Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mooskoon Dirooniwwan Yuukreen lama naannawaa teessoo mootummaa Raashiyaa balali’aa turan haleeluun kuffisuu beeksifteerti. Dirooniwwan kunneen magaala…
Oduu biyya keessaa Godinaalee hongeen miidhaman deebisanii dhaabuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa May 3, 2023 0 Finfinnee, Eebla 25, 2015 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa Godinaalee hongeen miidhaman deebisee ijaaruuf hojii hojjechaa jiru cinatti rooba argame fayyadamuun hojiilee misooma qonnaa…