Guyyaan hojjettoota Idil Addunyaa Wiixata dhufu sagantaalee garaagaraan ni kabajama – KWHI
Finfinnee, Eebla 21, 2015 (FBC) – Guyyaan hojjettoota Idil Addunyaa Wiixata dhufu sagantaalee adda addaatiin kan kabajamu ta'uu Konfedereeshiniin Waldaa hojjettoota Ityoophiyaa beeksise.…