Waajabila Faanaa Balaan Bakakkaa Lubbuu daa’immaan lamaa galaafaate Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Godina Beenchii Shakkoo Magaalaa Miizan Amaanitti balaan Bakakkaa Lubbuu daa’immaan lamaa galaafate. Magaalichatti Rooba cimaa guyyaa keessaa naannawaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan dhaabbata Qorannoo Imaammata Nyaataa Idil Addunyaa waliin hojjechuuf waliigaltee… Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii dhaabbata Qorannoo Imaammata Nyaataa Idil Addunyaa waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessera.…
Teeknooloojii Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa sirna kaffaltii Boba’aa diijitaalaa lama hojiirra oolche Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa sirna kaffaltii Boba’aa Diijitaalaa lama hojiirra oolchuu beeksise. Pireezidaantiin baankichaa Obbo Abbee Saannoon…
Idil Addunyaa Biyyoota Sahaaraa gadiitti dhimma Raawwachiisaan Jarman Barreessaa Olaanaa IGAD waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Biyyoota Sahaaraa gadii fi naannawaa Sahiiliitti Daayrektarri Dhimma Alaa Jarman Kiristoof Reezilaf Barreessaa Olaanaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina marii Nageenyaafi Araaraaf qaamni hundi gahee isaa bahuu qaba! – Pireezidaanti… Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Milkaa'ina marii Nageenyaafi Araaraaf qaamni hundi gahee isaa bahuu akka qabu Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…
Oduu biyya keessaa Haalli rakkoon nageenyaa Kaaba Ityoophiyaa itti furame biyyoota biroof fakkeenya ta’uu qaba – Maayik… Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Haalli rakkoon nageenyaa Kaaba Ityoophiyaa itti furame biyyoota biroof fakkeenya ta’uu akka qabu Afrikaa Bahaatti Ergamaan Addaa Ameerikaa Maayik Hamar…
Fayyaa Dirre Dhawaatti Duulli talaallii Kaansarii Fiixee Gadaameessaa fi Kovid – 19 boru eegala Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) - Magaalaa Dirre Dhawaatti duulli talaallii Dhibee Kaansarii Fiixee Gadaammeessaa fi Kovid - 19 borurraa eegalee kan kennamu ta’uu Biiroon Fayyaa magaalichaa…
Fayyaa Tatamsa’inni Dhibee Busaa dachaa sadiin dabale – Ministeera Fayyaa Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Ityoophiyaatti tatamsa’inni Dhibee Busaa dachaa sadiin daballii argisiisuu Ministeerri Fayyaa beeksise. Bara baajataa kana qofa lammiileen miiliyoonni…
Oduu biyya keessaa Dhaabbilee fi abbootiin amantaa nageenya hojii ijoo taasisuun hojjechuu qabu – Obbo Taayyee… Sifen Megersa Apr 24, 2023 0 Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Dhaabbilee fi abbootiin amantaa nageenya hojii ijoo taasisuun hojjechuu qabu jedhan Ministir Deetaan ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda'aan.…
Teeknooloojii Dhaabbileen Raashiyaa Damee Diinagdee Diijitaalaa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf mariin dandeessisu… Sifen Megersa Apr 22, 2023 0 Finfinnee, Eebla 14, 2015 (FBC) – Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dhaabbilee Raashiyaa waliin marii Damee Diinagdee Diijitaalaa Ityoophiyaarratti hirmaachuuf dandeessisu taasise.…