Rakkoo qulqulina tajaajilaa manneen murtii furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira – MMWO
Finfinnee, Eebla 10, 2015 (FBC) – Rakkoo qulqulina tajaajilaa,dhaqqabummaafi si’aayina tajaajila manneen murtii furuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Manni Murtii Waligalaa Oromiyaa…