Namoonni dhuunfaan meeshaa Bu’uuraalee misooma Elektirikaa Birrii miliyoona 5.9 olitti tilmaamamu…
Finfinnee, Eebla 4, 2015 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaan meeshaa Bu’uuraalee misooma Elektirikaa Birrii miiliyoona 5.9 olitti tilmaamamu hatan to’atamuu Poolisiin magaalaa…