Oduu biyya keessaa Obbo Gabremaasqal Caalaan Jila Isloovaaniyaa waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Ministiri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Obbo Gabremaasqal Caalaan jila Itti Aantuu Muummee Ministira fi Ministira Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Gita isaanii Isloovaaniyaa Taaniyaa Faayan waliin mari’atan Sifen Megersa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Gita isaanii Isloovaaniyaa Taaniyaa Faayan waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Hojiin eegumsa biyyeefi Bishaanii guyyoota 60’f hojjetama ture cufame Sifen Megersa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) –Sagantaan cufiinsa hojii eegumsa biyyeefi Bishaanii guyyoota 60'f tajaajila lammummaatiin hojjetamaa ture gaggeeffame. Sagantaan cufiinsaarratti Hogganaa…
Oduu biyya keessaa Ajandaalee diigumsaa qolachuuf Biirooleen Kominikeeshinii Federaalaa fi naannolee tumsaan hojjechuu… Sifen Megersa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Ajandaalee diigumsaa qolachuuf Biirooleen Kominikeeshinii Federaalaa fi naannolee tumsaan hojjechuu akka qaban Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Dooktar…
Oduu biyya keessaa Hojiin Nageenyaa hojii qindoomina fi kutannoo barbaadudha – Komishinar Araarsaa Mardaasaa Sifen Megersa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Hojiin Nageenyaa hojii qindoomina olaanaa fi kutannoo cimaa barbaadu ta'uu Hogganaan Biiroo Bulchiinsaafi Nageenya Oromiyaa Komishinar Araarsaa Mardaasaan…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Geetuun durfamu Godina Harargee Lixaatti hojii Misooma qonnaa daawwate Sifen Megersa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) –Jilli Hogganaa Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu godina Harargee Lixaatti Hojii Misooma Qonna daawwateera. Jillichi Aanaa Mi'eessootti…
Idil Addunyaa NATOn shaakala Qindaa’aa humna qilleensaa seenaa isaa keessatti isa guddaa gaggeessuufi Sifen Megersa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) –Dhaabbanni Waadaa Waraanaa Kaaba Atilaantik NATOn shaakala Qindaa’aa humna qilleensaa seenaa isaa keessatti isa guddaa ta’e biyyoota miseensa gamtichaatti…
Biiznasii Dhaabbanni Oomisha Simmintoo Chaayinaa Ityoophiyaatti damicharratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibse Sifen Megersa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Tafarraa Darrabaw dura Taa’aa Dhaabbata Siinoomaa Idil Addunyaa fi Daayrektara Olaanaa CNBM Luu Yaan waliin…
Oduu biyya keessaa Ministirri Alaa Isloovaaniyaaa daawwannaaa hojiif Finfinnee galan Sifen Megersa Apr 10, 2023 0 Finfinnee, Eebla 2, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Isloovaaniyaaa Taaniyaa Faayan daawwannaaa hojiif Finfinnee galaniiru. Taaniyaa Faayan wayita Buufata Xiyyaaraa Idil…
Oduu biyya keessaa Humna nageenyaafi tasgabbii wal fakkaatu gurmeessuuf hojiin eegalame – Hoggantoota nageenyaaf… Sifen Megersa Apr 9, 2023 0 Finfinnee, Eebla1, 2015 (FBC) – Humna nageenyaafi tasgabbii wal fakkaatu gurmeessuuf hojiin eegalamuu Hoggantoonni nageenyaaf Tasgabbii Naannoolee beeksisaniiru. Hojiin humna addaa irra…