Ispoortii Baayern Muunik leenjisaa isaa gaggeesse Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Jarman Baayern Muunik leenjisaa isaa Juuliyaan Neeglisimaan leenjisummaarraa gaggeessuu beeksise. Leenjisichi jijjiirama…
Oduu biyya keessaa Afrikaa Bahaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf Qabeenya Qurxummii faayidaarra oolchuuf hojjetamuu qaba… Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) –Afrikaa Bahaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf Qabeenya Qurxummii faayidaarra oolchuuf qindoominaan hojjetamuu akka qabu Mootummoonni Misoomaa Baha…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Jimmaa hayyoota 5f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu laate Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiin Jimmaa hayyoota 5f sadarkaa Piroofeesarummaa guutuu laachuu beeksise. Seeneetiin Yuunivasiitichi yaa'ii idilee 58ffaa gaggeesseen…
Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa biyyoota ollaarraa galchuuf turan to’ataman Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Shakkamtoonni karaa seeraan alaa meeshaalee waraanaa biyyoota ollaarraa galchuuf yaalaa turan to’atamuu Poolisiin Federaalaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jarman waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaan Amanteen Ityoophiyatati Ambaasaaddara Jarman Isteefan Awuyer waliin dhimmoota gamlamee biyyoota…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni dhaabbilee federaalaa dhimmoota waqtaawaa misoomaa fi nageenyaarratti mari’ataa jiru Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon dhaabbilee federaalaa dhimmoota waqtaawaa, Misoomaa fi nageenyaa biyyaarratti mari’achuu eegalaniiru. ‘Dandeettii…
Ispoortii Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee biyyaalessaaf yeroo 197 hiriiruun riikkardii haaraa galmeesse Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa Poorchuugaal Kiristiyaanoo Roonaaldoon garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa biyyattiif yeroo 197 hiriiruun riikkardii haaraa…
Uncategorized Dooktar Injinar Habtaamuun Ministira Qonnaa Turkii waliin mari’atan Sifen Megersa Mar 24, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 15, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Habtaamuu Ittafaan Ministira Qonnaa Turkii waliin dhimmoota misooma Bishaanii, Inarjii fi raaga…
Oduu biyya keessaa Murannoon Ityoophiyaan waliigaltee nageenyaa hojiitti hiikuuf agarsiifte dinqisiifatame Sifen Megersa Mar 23, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 14, 2015 (FBC) –Murannoon Ityoophiyaan waliigaltee nageenyaa hojiitti hiikuuf agarsiifte Yaa'ii Mirga Namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniin dinqisiifatameera.…
Oduu biyya keessaa Haala sagantaa fooyya’iinsa Diinagdee Ityoophiyaa deeggaruun danda’amurratti… Sifen Megersa Mar 22, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 13, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiidee fi Bulchaan Baankii Biyyalessa Ityoophiyaa Maammoo Mihiratuun Baankii Addunyaatti Itti Aanaa…