Tigraayitti dhaabbanni bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 60 suphame tajaajila laachuu jalqabe
Finfinnee, Bitootessa 8, 2015 (FBC) – Naannoo Tigraay aanaa Carcaraatti dhaabbanni bishaan dhugaatii sababa waraanaan tajaajilaa ala ta'ee ture Birrii miiliyoona 60 suphame tajaajila laachuu…