Qonna Arfaasaatiin lafa hektaara miiliyoona 1.1 misoomsuun Callaa kuntaala miiliyoona 22.6 argachuuf…
Finfinnee, Guraandhala 27, 2015 (FBC) – Qonna Arfaasaatiin lafa hektaara miiliyoona 1.1 misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 22.6 argachuuf hojjatamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…